Mudhata Yohaannisii 1:3 - WAADAA LAMMATAA3 Barri waan dhiyaateeruuf, worri dubbii raagaa kana dubbisan, dhagayaniif worri waan isa keessatti barreeffame eegan eebbifamtoota. Faic an caibideilWaadaa Haarawa3 Kun marrinuu yeroon itti raawwatamu dhiyoo waan ta'eef, dubbii raagaa kana ka dubbisu ka eebbifame! Akkuma kana dubbii raagaa ka dhagayanii fi raagicha keessatti'llee waan barreeffame ka raawwatan, ka eebbifaman. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu3 Barri waan dhiyaateeruuf worri dubbii raagaa kana dubbisan, worri dhagayanii fi worri waan isa keessatti barreeffame eegan eebbifamtoota. Faic an caibideil |