Gara Worra Filiphisiiyusii 4:3 - Kitaaba Woyyuu3 Atillee akkasuma hujii kiyyaaf ka na woliin dhuga'aan qabamte! Akka isaan gargaartu si kadhadha; maqaan isaanii kitaaba jireennaa keessatti worra barreeffaman Qaleminxoosii fi akkasuma na woliin worra hojjatan kuuwwanillee waan Dubbii Nagayaatiif na woliin dadhabaniiran. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA3 Atillee akkasuma hujii kiyyaaf ka na woliin dhuga'aan qabamte! Akka isaan gargaartu si kadhadha; maqaan isaanii kitaaba jireennaa keessatti worra barreeffaman Qaleminxoosii fi akkasuma na woliin worra hojjatan, kuuwwanillee waan Oduu Nagayaatiif na woliin dadhabaniiran. Faic an caibideilWaadaa Haarawa3 Ati'llee ka achi jirttu waahelli amanamaan hujii kiyyaa, dubarttoota kanniin akka isaan gargaartuuf si ni kadhadha, dubarttoonni kunniin anaan woliin Kleeminxoosii fi worra maqaan isaanii kitaaba jireennaa irratti barreeffaman kaaniin waahellan hujii kiyyaa woliin ta'u'uun, karaa wongeela itti woliin gayu'uutiin qabssaayanii jiran. Faic an caibideil |
Maleekkaan mudhata naa ibse deebi'ee akkana naan jedhe, «Bulchaan maleekkotaa guddaan Mikaa'el ka banii kee eegu hennaa san hin mudhata; hennaa fiixaan namaa uumame irraa jalqabee rakkoo guddaa mudhatee hin beennetu ta'a; garuu hennaa san baniin biyya keetii ka maqaan isaanii kitaaba Rabbii irratti barreeffame hin fayyan.
Bineensi ati argite dur jira, amma ammo hin jiru, ashuuteen keessaa bayu'uuf ta'a; gara badi'iillee hin deema; worri maqaan isaanii uumama adunya'aa irraa jalqabee Kitaaba jireennaatitti hin barreeffamne, worri lafa irra jiraatan akka bineensi jiru, ka amma hin jirre, deebi'ee akka dhufe haga argan hin maalalfatan.