Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:21 - Kitaaba Woyyuu

21 Woyyoota maraafuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin nagaya isaanitti naa himaa'a. Obboleeyyan na woliin jiran nagaya isinii dhaamaniiran.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

WAADAA LAMMATAA

21 Woyyoota maraafuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin nagaya isaanitti naa himaa'a. Obboleeyyan na woliin jiran nagaya isinii dhaamaniiran.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

Waadaa Haarawa

21 Amantoota maraaf maqaa Yesus Kristositiin nagayaa naaf dhiyeessaa, ana woliin obboleeyyan jiran'llee nagaya isiniif ni dhiyeessan.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:21
11 Iomraidhean Croise  

Yoo obboleeyyan teessan callaa nagaya oo'aa gaafattan, worra kaawwaniin maali'iin adda taatan? Worri Yihuudota hin taanellee akkanuma godhaniimii?


Woldaa Rabbii ta Qorontoosiin keessa jirtuuf, worra Kiristoos Yesuusiin woyyoomanii fi ka nu'uu fi isaaniillee Gooftaa ta'e maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin hulee marattuu worra woyyoota ta'u'uuf waamaman maraaf.


obboleeyyan na woliin jiran maraa irraa woldoota Kiristaanaa Galaatiyaa jiran maraaf;


Haa ta'uu ammo ka ana woliin ture Tiitoonuu nama Giriikii ta'eetuu akka gadoomu isa hin giddisiifne.


Phaawuloosii fedha Rabbiitiin ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'e irraa worra Yesuus Kiristoositti amantanii Rabbiif woyyoota taatanii Efesooniin keessa jirtaniif.


Garboota Yesuus Kiristoosii Phaawuloosii Fi Ximootewoosiin irraa, worra qachaa Filiphisiyuusii keessa jiraatan worra qulqullootaa ka karaa Yesuus Kiristoosiitiin qajeellota ta'an maraaf; akkasuma jaarsotaa fi gargaartoota woldaa Kiristaanaatiif:


Nageenni Rabbii ka hubannaa sammuu nama maraatii ol ta'e, yaadaa fi onnee keessan karaa Yesuus Kiristoosiitiin hin eega.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan