Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:15 - Kitaaba Woyyuu

15 Isin namoota Filiphisiyuusii! jalqaba Dubbiin Nagayaa hennaa himamu, Maqedooniya'aa hennaa baye, isin malee woldaa biraatitti herrega kennu'uu fi fudhachuu na woliin akka hin qoodamne isinuu hin beettan.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

WAADAA LAMMATAA

15 Isin namoota Filiphisiyuusii, jalqaba Oduun Nagayaa hennaa himamu, Maqedooniya'aa hennaa baye, isin malee woldaa biraatitti herrega kennu'uu fi fudhachuu na woliin akka hin qoodamne isinuu hin beettan.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

Waadaa Haarawa

15 Kanaan malee'llee wongeela lallabu'uuf yeroo jala qabetti, Maqedooniya'aa yoo bayu, isin amanttoota Filiphisiiyuustti argamittan malee, kennu'uun ta'ee fudhachu'uun'llee ana woliin ka hirmmaate, woldeenni amanttootaa ka bira'aa akka hin turin isin mataan keessanuu ni beekittan.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:15
12 Iomraidhean Croise  

Eelsaa'i, «Rabbii jiraataa isa afoo dhaabadhee tajaajiluun kakadhee si irraa hin fudhu» jedheen; inni deddeebi'ee kennaa isaa akka fudhatu kadhate; raattichi garuu fudhachuu dide.


Hojjataan nama Rabbii Giyaaz «Gooftaan kiyya Ni'iimaanii nama Sooriya'aatii hin dhiiseef; waan inni isaa fide keessaa womaa hin fudhanne; maqaa Rabbii jiraata'aatiin kakadhee isa faanaa fiigee waa harkaa fudhadha» jedhe.


Phaawuloosii fi Sillaas mana hidha'aatii bayanii gara mana Liidiya'aa seenan. Obboleewwanillee haga argan isaan jajjabeessanii achii deeman.


Maqedooniya'aa fi Akkaayaan Yerusaalemitti hiyyeeyyii woyyoota jidduu jiran gargaaruu waan murteeffataniif.


Obboleeyyan tiyya! kun wonti na irra gayeef, dhugamaan Dubbii Nagayaa badhisu'uuf akka ta'e akka beettan barbaada.


Kunniin akka ani waan Dubbii Nagayaatiif tamaaggataa ta'ee muudame beekanii jaalalaan himan.


Isin waan garaa kiyya keessa jirtaniif ani waan keessan maraaf akkana yaaduun kiyya dhuga'a. Hidhama kiyya keessattillee falmachuu kiyyaaf akka Dubbiin Nagayaa cimee dhaabatu godhuu kiyya keessatti, martii keessan Ayyaana naa kenname keessaa qoodamtaniirtan.


Kanaafuu jaalatamtoota tiyya! Hennaa ani isin bira jiru callaa uduu hin taane, hennaa maraa worra ajajamu, kabajja'aa fi soda'aan fayyinna keessan raawwadhaa'a.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan