Gara Worra Filiphisiiyusii 2:7 - Kitaaba Woyyuu7 Haa ta'uu ammo Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA7 Haata'uu ammoo, Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate. Faic an caibideilWaadaa Haarawa7 Gonkumaa kabaja qabu maraa dhiisee akka garbichaa ta'ee ni muldhate, akka namaa titti'llee ni dhalate, Fakkeenna namaatiin'llee ni muldhate, Faic an caibideil |