Gara Worra Filiphisiiyusii 2:13 - Kitaaba Woyyuu13 Waan fedha isaa mishaa soqu'uu fi raawwachuullee ka isin keessa kaayu Rabbiin waan ta'eef. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA13 Waan fedha isaa mishaa soqu'uu fi raawwachuullee ka isin keessa kaayu Rabbiin waan ta'eef. Faic an caibideilWaadaa Haarawa13 Waaqinni ajajamummaa isiniif kenna'aa kaayyoo isaa gara muumme'eetiin gayu'uuf, isin keessatti ni hojjata. Faic an caibideil |
Rabbi Waandhi abboota keennaa ka akka mana Rabbi ka Yerusaalemiin keessa jiru haa bareechisu'uuf waan akkanaa kana qalbii mooti'ii keessa kaaye, mooticha, bulchoota jajjabaa mootichaatii fi worra isa gorsan maraa afo'otti ka araara ufii gara kiyya erge haa ulfaatu. Anillee harka Rabbii Waaqa kiyyaa ta narra jirtuun jabaadhe; akka na woliin bayaniif worra Israa'elii keessaa bulchoota wolitti qabe.»
Kanaafuu akkuma Ayyaana Waaqa keennaa, akkuma Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii maqaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii isin biratti ulfaachu'uuf, isinillee isa biratti ulfaachu'uuf, Waandhi Gooftaan keenna isaan waamamu'uun worra gayaa akka taatan godhee akka isin laakkayu, fedha mishummaa isaa maraaf, hujii amanti'ii jabeennaan akka raawwatu, waan keessaniif hennaa maraa Rabbiin kadhanna.