Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:29 - Kitaaba Woyyuu

29 Kun waan Kiristoosiitiif, isinii waan kennameeruuf. Waan isaatiif akkasuma isatti amanuu callaa uduu hin taane waan isaatiif akkasuma rakkinnillee isin irra gaya.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

WAADAA LAMMATAA

29 Kun waan Kiristoosiitiif, isinii waan kennameeruuf. Waan isaatiif akkasuma isatti amanuu callaa uduu hin taane, waan isaatiif akkasuma rakkinnillee isin irra gaya.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

Waadaa Haarawa

29 Carraan Kristosiin tajaajiluuf ka isiniif kenname isa qofatti akka amantaniif uduu hin ta'in, waayee isaatiin'llee rakkinna akka fudhattaniif'le'e.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:29
14 Iomraidhean Croise  

Yesuus deebisee akkana isaan jedhe, «Ilma Yoona'aa Simoon! kana ka sii ibse Abbaa kiyya ka sami'ii malee namni kana waan sii hin ibsineef ati eebbifama'a.


Ka isatti amanu maruu isaan akka qajeellota ta'an isin biratti ka beekkame haa ta'u.


Hennaa achi gayan woldaa kiristaanaa wolitti qabanii waan Rabbi isaan irraan godhe maraa worra Yihuudii hin taaneefillee Rabbi balbala amanti'ii akka isaanii bane himan.


Isaanillee maqaa isaatiif tuffatamuun akka waan misha'aatitti fudhatanii yaa'ii murti'ii afo'oo gammada'aa yaa'an.


Kana calla'aa miti, haa ta'uu ammo rakkinni obsa, obsillee ataabee, ataabeenillee abdii akka namaa godhu beeka'aa rakkinna keennaanillee uf janya.


Badhaani isaa amanti'iin isin fayyiseera. Kunillee kennaa Rabbiiti malee hujii keessaniinii miti.


Cuupha'aanillee isa woliin awwaalamtan; ka cuupha'aan akkasuma hujii Rabbiitiin worra du'e keessaa isa kaasetti waan amantaniif isa woliin kaataniirtan.


Obboleeyyan tiyya! Amantii keessan ataabamuun obsa akka isinii ta'u beeka'aa.


Hennaa Kiristoos ulfinna ufiitiin mudhatu gammachuun keessan ammo guddaa akka ta'u worra rakkoo isaa qoodamtan waan taataniif gammadaa'a.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan