Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:24 - Kitaaba Woyyuu

24 Haa ta'uu ammo fooniin jiraachuun kiyya isiniif guddisee barbaachisa'a.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

WAADAA LAMMATAA

24 Haata'uu ammoo fooniin jiraachuun kiyya isiniif guddisee barbaachisa'a.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

Waadaa Haarawa

24 Gara biraatiin lubbuun jiraachuun isiniif ka haalaan woyyaa ta'ee fi barbaachisa'a.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:24
5 Iomraidhean Croise  

Ani ammo dhugaa isinitti hima; ani yoo deeme isinii woyya. Yoo ani hin deemnee ka isin jajjabeessu gara keessan waan hin dhufneef ani yoo deeme ammo isa isinii erga.


Haa ta'uu ammo fooniin jiraachuun naaf daraaraa huji'ii waan ta'eef maal akka filadhu hin beeku.


Waan lamaan kanaan dhiphata'aa deemee Kiristoosiin woliin jiraachu'uuf dharra'a. Inni maraa irra mishaa waan ta'eef.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan