Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:16 - Kitaaba Woyyuu

16 Kunniin akka ani waan Dubbii Nagayaatiif tamaaggataa ta'ee muudame beekanii jaalalaan himan.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

WAADAA LAMMATAA

16 Kunniin akka ani waan Oduu Nagayaatiif ittisaa ta'ee muudame beekanii jaalalaan himan.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

Waadaa Haarawa

16 Isaan kunniin'llee dubbii Waaqaa onnee fayyaatiin ka lallaban, jaalala irraa ka ka'een, isaan'llee ani wongeela kana baraaru'uuf asitti ka gatame ta'uu kiyya waan beekaniif.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:16
13 Iomraidhean Croise  

Isin bakka kiyya taatanii; ani bakka keessan uduu ta'ee; tuffi'iin mataa raasa'aa waan isin amma natti dubbattan kana maraa silaa midhaassee isinitti dubbachuu danda'a ture.


«Namni amanamummaa goshoo ufiitiif qabu balleessu, nama sodaa Rabbii dhiise.


Worra ati dhaante waan ari'aniif, worra ati madeessitetti rakkinna baay'eessan.


Kana yoo fedha kiyyaan godhe ammo mindaa waan qabuuf. Fedha malee yoo godhe ammo, hujiin sooru'uu kun yaboo cima'atu natti kennameera.


Nu akka worra hedduu ka dubbii Rabbii wolitti mammaka'aa gurguratuutii miti. Qajeellummaa san waan hin taaneef; ammo Rabbiin biraa akka ergamne Kiristoosiin keessa taanee Rabbiin afo'otti dubbanna.


Obboleeyyan tiyya! kun wonti na irra gayeef, dhugamaan Dubbii Nagayaa badhisu'uuf akka ta'e akka beettan barbaada.


Isin waan garaa kiyya keessa jirtaniif ani waan keessan maraaf akkana yaaduun kiyya dhuga'a. Hidhama kiyya keessattillee falmachuu kiyyaaf akka Dubbiin Nagayaa cimee dhaabatu godhuu kiyya keessatti, martii keessan Ayyaana naa kenname keessaa qoodamtaniirtan.


Haa ta'uu ammo ana woliin akka abba'aa fi ilmaa taanee, Dubbii Nagayaa na woliin akka tajaajilee fi akka qoramellee isinuu hin beettan.


Isin namoota Filiphisiyuusii! jalqaba Dubbiin Nagayaa hennaa himamu, Maqedooniya'aa hennaa baye, isin malee woldaa biraatitti herrega kennu'uu fi fudhachuu na woliin akka hin qoodamne isinuu hin beettan.


Atillee akkasuma hujii kiyyaaf ka na woliin dhuga'aan qabamte! Akka isaan gargaartu si kadhadha; maqaan isaanii kitaaba jireennaa keessatti worra barreeffaman Qaleminxoosii fi akkasuma na woliin worra hojjatan kuuwwanillee waan Dubbii Nagayaatiif na woliin dadhabaniiran.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan