Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:15 - Kitaaba Woyyuu

15 Gari gariin hinaaffa'aa fi qoxxe'een falmu'uun; kuuwwan ammo fedhii mishaa waan qabaniif waan Kiristoosii himan.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

WAADAA LAMMATAA

15 Gari gariin hinaaffa'aa fi qoxxe'een falmu'uun kuuwwan ammoo fedhii mishaa waan qabaniif waan Kiristoosii himan.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

Waadaa Haarawa

15 Haa ta'u malee tokko tokkoon isaanii dubbii gammachuu Kristosii ka lallaban hinaaffa'aan, kuunniin'llee hafuura mormmiitiin, kuunniin garuu Kristosiin ka lallaban onnee fayya'aatiin.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:15
22 Iomraidhean Croise  

Namatti uf mudhisu'uuf jedhanii hujii isaanii maraa hojjatan. Qudhaama jechoonni barreeffama Woyyuu keessa jiru, ka addaa fi irree ufii irratti hidhatan babadhisanii qudhaamatan; handaara uffata uffatanii Rabbiin kadhatanillee hin dheereffatan.


Yesuus Kiristoosii Gooftaa maraa ta'een nagaya isaa lallaba'aa dubbii kana gara ijoollee Israa'elii erge.


Isaan keessaa ammo namoonni Qophiroosiitii fi Qareenaa taa'an tokko tokko gara Anxookiya'aa dhufanii Dubbii Nagayaa Gooftaa Yesuus Kiristoosii lallaba'aa namoota Giriikiitittillee himan.


Guyyaa maraa mana woyyu'uu fi mana ufiitittillee waan Yesuusii akka inni Kiristoosiin ta'e barsiisu'uu fi lallabuu hin dhiifne.


Filiphoosillee afaan baqaffatee kitaaba kana irraa jalqabee waan Dubbii Nagayaa ka Yesuusii itti hime.


Filiphoosillee gara qachaa Samaariya'aa dhaqee waan Kiristoosii isaanitti lallabe.


Yoosuu waan Yesuus Kiristoosii akka inni Ilma Rabbii ta'e mana sagadaa Yihuudotaa keessatti lallabe.


Worra nama didanii bu'aa ufii soqaniif hammeeyyii ta'anii waan mishaa dhiisanii fi worra hammeenna duukaa deeman dheekkamsa Rabbiitii fi bala'atu isaan irra gaya.


Nu ammo Kiristoosii fannifame lallabna. Kunillee Yihuudotaa gufu'u; worra Yihuudii hin taanee gowwumma'a.


Hiyyeeyyii nyaachisu'uuf waan qabu maraa yoo qoode, foon kiyyallee yoo ibiddaaf kenne, jaalala ammo yoo hin qabaanne womaa hin fayyadu.


Nu'u dubbii naa fi Silwaanosiin ka Ximootewoosiinillee isin wodhakka'atti lallabame Ilmi Rabbii Yesuus Kiristoos, «Eeyi'ii fi wa'aa» hin turre. Haa ta'uu ammo isaan Eeyiin ta'eera.


Namoonni akkanaa kunniin ergamtoota Kiristoosii fakkaatu'uuf uf jijjiira'aa worra kijibdootaa fi ergamtoota dhara hojjatan.


Hennaa ani gara keessan dhufu akka ani barbaadu taatanii isin arguu dhabuu danda'a. Anillee akka isin jaalattan san uduu hin ta'in na argitan jedhee sodaadha. Maal laataa mormiin, hinaaffaan, lolli, diiggaan, hamiin, hasaassiin, boonuun, raafamnillee hin ta'a.


Kiristoos Yesuusiin Gooftaa akka ta'e malee waan ufii waan hin himneef. Waan Yesuusiitiif jennee tajaajilaa keessan taaneerra.


Haa ta'uu ammo garboota nu godhatu'uuf wolabummaa karaa Kiristoosiitiin arganne san gaadu'uuf obboloonni sobduun dhossa'aan hulluuqanii nu keessa seenan.


Bu'aa worra kiyyaatiif jechu'uun yookaan sababaa duwwaa uf jaju'uutiin waan tokkollee hin godhinaa'a. Haa ta'uu ammo isin martinuu hiriyyaa ufii akka waan isa irra caaluutitti gara laafumma'aan haa laalu.


Dhossaan Rabbiin fakkaachu'uu mamii malee gudda'a; «Ka fooniin mudhate, ka Ayyaanaan qajeelaa ta'e, ka Ergamtootatti mudhate, ka banii Yihuudii hin taanee lallabame, ka biyya lafaa keessatti amaname, ka ulfinnaan ol baye.»


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan