21 Yesoni ammalle waan worraani jed'e, Anini gara d'aqa; isani na barbaaddani, ammalle daba keesani keesati dootani. Gara ani d'aqule isani dandeetani ind'uftani.
Duuba waan worra harka bitatiini jed'u, Na biraa bada, isani abaarsa Waaqa qabdani; gara ibida ind'aamne bada, ka Sheet'anafi malaika isaati bobeesani!