8 Jari kaani t'urura qurt'umi miju hirkise, hobolo taani ke d'ufe. Qara lafa ira fago injirani, ammo malaafi ejata d'ibba toko ch'alla.
Worri qurt'umi didiqo toko qaba. Yesoni eebimnaani, jara isatiini, Tanale biyyaa kenna jed'e.
Duuba namichi Yesoni jaalatu kaani waan Petroni jed'e, Nami sunini Aabbo! Simoni Petroni aka inni Aabbo d'ageennaani, woya ufi uyifate inni qara qulla galaana ke bue.
Lafa godduni baanani ibida ch'ile qabu, qurt'umi ibida ira kayanifi, qit'ale argani.
(Gosa Refai keesa nami hafe hayyu Ogu. Sire isaa ta sibiilani mid'aasani, d'eerinni d'und'uma sagali, balinni d'und'uma afuri aka biima gaafasi gula. Sire suni haga arrale lafa gosa Amoni dira Raba keesaati dandaani argani.)