Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Yohana 19:6 - KITAABA WAAQA

6 Qaalole gugurdofi askartiini isa arginaani ch'aarte waan jette, Olfannisi! Olfannisi! Pilatoni waan jed'eeni, Isanumaani fuud'a, olfannisa. Anini waan hamtu isa irati ingarre.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Yohana 19:6
15 Iomraidhean Croise  

Petroni isa gula deeme haga ch'icha mana qaallicha gudda, d'aqetiini worra lafa eegu woliini tae, aka waan dubbini buufattuuni ilaalu.


Pilatoni waan jed'eeni, Yeso ka Kristo jed'ani maani tolcha re? Iyani, Mukhati fannisi jed'ani.


Pilatoni aka dura deemitiini woma imbaane arginaani, ammalle aka loli d'ufu arginaani, bisaani fud'ate, harka biyya durati d'iqate waan jed'e, Anini d'iiga nama kana keesa injiru! Tunini huji teesani!


Pilatoni waan qaalole gugurdofi gumiini jed'e, Anini wollaala nama kana irati ingarre.


Tanaafi Yudani askartiifi hojattu Mana Waaqa ta qaalole gugurdofi Farisayooni ergite, ta ifse heddufi miha lolatiini yaatu, guure gara oobru suni d'aqe.


Pilatoni waan jed'e, Isanumaani fuud'a, aada teesani gula qora. Yahudiini waan jetteeni, Aki nu nama ijeemnu fullaaniti.


Pilatoni waan jed'e, D'ugaani waan akamiti kana? Akasi jennaani inni ammalle Yahuditi gadibahe waan jed'eeni, Anini waan hamtu isa irati tokole ingarre.


Worri ch'aare waan jed'e, Armaa fuud'i, Armaa fuud'i, olfannisi! Pilatoni, Hayyu keesani olfannisa? jed'e worra gaafate. Qaaloleeni gugurdooni waan jetteeni, Nu hayyu d'ibi inqamnu, Kaisari male!


Pilatoni dubbi tana d'ageennaani Yeso alati gadi baase fulla ch'icha d'akhaa jed'ani ta afaani Ebraniatiini Gabbatha jed'ani barch'uma qorsuma ira tae.


Waaqi, fed'ifi beekhuma ufi gula, ya aka Yeso harka keesaniti kennani buufate; isani isa fanniftani, harka nama dabaatiini ijeeftani.


Raaga kami ka ababooti teesani ingaargalchiini? Ammalle worri ergattu Waaqa, ta d'ufiisa Nama d'uga himu d'ufte, ijeese. Isanileeni ammatana isa gurgurtani ijeeftani.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan