Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Yohana 19:5 - KITAABA WAAQA

5 Jennaani Yesoni, ka woya diimtufi sure qoraati qabu, alati gadi bahe. Pilatoni waan worraani jed'e, Nama kana ilaala!

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Yohana 19:5
8 Iomraidhean Croise  

Ee Sioni, gaara gubbaa kori, odu dansa odeesi! Ee Yerusalemu, qonqo guddooni lalabi, odu dansa odeesi! Dubbi insodaatini lalabi waan dira Yudatini jettu, Waaqi keesani kunooti!


Ee Israeli, AABBO Waaqi ka isani uume, waan isaaniini jed'u, insodaatina, anati isani baasa. Anini maqumani isani yaama, isani kiyyuma.


Duuba amma AABBUMA Waaqati akheekha sii kenna: intalti dubra garaachoofte, ilma deete, maqa isaa Imanueli baaftiifi.


Ammalle nama d'aatu dabru ch'ufa dubbifte waan jette na ilaala! Nami tokoleeni ka aka kiyya kana gaargale d'ukubsate injiru, d'ukubi suni ka AABBO Waaqi gaafa nati dallane natiini d'ufe.


Duuba qoraati aka sure marani mata isaa ira kayani, ule harka isaa ka mirga keesa kayani, isa durati jilbifatani goyeesani waan jed'ani, Lubbuuni tante ha d'eeratuuti, Hayyu Yahudi.


Boriyya Yohanani Yeso gara isa d'ufu jiru arginaani waan jed'e, ilaala, ilme hoola Waaqa, ta daba nama lafa ch'ufa fud'attu.


Askartiini qoraati aka sure mid'aasite, mata isati marte; woya diimtu iti uyifte, iti d'iaatte,


Yeso ufi durati laalla, waan d'ugefachaani teenna haga qaratiifi haga muummele isa keesa jirtuufi. Inni duisa maskali obse, maro gammada isa eegatuufi maskali gubbati duu inch'eerfanne, amma barch'uma Waaqa mirgaani taa.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan