10 Jennaani Pilatoni waan isaani jed'e, Na jalaa indubbattu atini aka anini jabeenna siini gad'iisufi ka siini hid'u qabu imbeetu?
Waan inni akasi guddinna argatefi nami gosa gosatifi ka d'aloota d'alootatifi ka afaani afaani dubbatuleeni ch'ufti sodaate isa durati hollate. Inni nama fed'u ijeese, ka fed'u lakisa, nama fed'u guddinna kenne ka fed'u iraa fuud'a.
Ammo isani aada toko qabdani, aka anini nama toko guyya Pasaka isanii hiikhu. Tanaafi aka anini hayyu Yahudi isanii hiikhu feetu? jed'e gaafate.
Yesoni waan jed'eeni, Sila jabeenna wo na tolchituuni inqabdu, yo Waaqi sii kenne male. Tanaafi nama harka kanketi na kenneeti ira daba qaba.
Mana Praitorioti deebie waan Yesoni jed'e, Atini eesaa d'ufte? Ammo Yesoni dubbachu dide.