Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Yohana 12:9 - KITAABA WAAQA

9 Yahudiini hedduuni aka inni achi jiru d'ageennaani, Yeso ch'alla ilaalu ind'umne, ammo aka Lazaro, ka inni duisa keesaa kaase, argitu d'ufte.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Yohana 12:9
8 Iomraidhean Croise  

Daudini Aabbo nama kanaani jed'a; inni akami ilma isaa tahe re? Gumiini guddooni gammadaani isa d'ageete.


Guyya jaa jila Pasaka durati, Yesoni Bethania d'ufe, fulla Lazaroni ka inni duisa keesaa kaase jiru.


Tanaafi qaaloleeni gugurdooni aka Lazarole ijeeftu mariatte.


Boriyya, gumiini guddooni ta jila d'ufte, aka Yesoni Yerusalemu d'ufu d'ageennaani,


Gumiini ta gaafa inni Lazaro awaala keesaa yaame duisa keesaa kaase isa woliini jirtu taani waan gaafasi agarte ch'ufa odeesite.


Waan dubbatani d'abani, maro namicha fayyisani kaani, ka Petrofi Yohana bira eju, arganifi.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan