Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 9:13 - KITAABA WAAQA

13 Gaara Sinaiti atini gubbaa gabuute, gumi tanteeti dubbate Seerafi barsiisafi aada dansaafi ta d'uga kenniteefi.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 9:13
27 Iomraidhean Croise  

Isani hojja ch'ufa aadaafi seera anini isanii kenne guutu maltani. Isani waaqa d'ibi kad'achu himmalle,


Ezrani guddo waan Seera AABBO Waaqa Israeli, ka inni Musaa kenne, soome barate. Maro inni eeba AABBO Waaqa isaa qabuufi, hayyichi waan inni kad'ate ch'ufa kenneefi. Ganna torbeeso ka Artashastani lafa mohate, Ezrani Babiloni kae, worra Israeli ka garitifi qaalole, worra Lawiti, Sirbitu, worra mana eegu, hojattu Mana Waaqa ta gari woliini Yerusalemu yaani.


Ee AABBO Waaqa, atini ka d'ugaati, seeri keetileeni qajeela.


Dubbini tante ch'ufti ta d'ugaati seeri kanke qajeelani ch'ufti haga jiru jireenna taa.


AABBO Waaqa atini aada tante nu kennite, garaa tokooni jabeesa guuta nuni jette.


Inni waan jed'eeni, Sunini waan qara AABBO Waaqi, Tolfad'a jed'e. Bori guyya oolma qulqullo, ka Sabato AABBO Waaqa. Arra waan feetani d'aabad'a nyaad'a, waan iraa hafe bori olkeyad'e.


Duuba iftani kurfo taha; wonti akanatiifi guyya suni, ka nami ch'ufti argu, anini gaara Sinai gubbaa d'ufa.


Waaqi dubbi tana dubbate waan jed'e:


AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini worra Israelitini jettu, Isani yayu gartani, aka anini gubbaa isaniini dubbad'e.


Atini maanifi gubba tarsaafte gadi imbuune? Sila gaareeni si garte, mudamte si durati holati.


Gaafa toko atini d'ufte, waan nama mudamsiisa, ka nu insehatini, tolchite gaareenileeni mudamte holate.


Waaqi ammalle lafa Edomuti d'ufuu jira; Waaqi qulqullooni kubile Parani iraa d'ufuu jira. Guddinni isaa gubba guute, lafaleti guddo isa faarsani.


Anini yo waan tolchu imfeene tolchu aka seeri qajeela agarsiisa.


AABBO Waaqi gad'ufe; aka adu lafa Edomuti bahe, gumi isaa gaara Parani iraa iti ifse. Malaikaani qulqullooni kuma kud'ani isa woliini jirti, harka isaa ka mirga bobaa ibidati jira.


Nami tokoleeni, ka Waaqa ibida keesa dubbate, aka isani d'ageetani kana d'agaye lubbu bulle injira?


Inni qonqo isaa gubbaa isani d'ageesise, aka akasiini woi isaniti himu, lafa tana iraleti ibida isaa qulqullo isani garsiise ammalle ibida suni keesaa isaniini dubbate.


Gochiti tokoleeni ta ato aka feetu jabaatele, seera d'uga aka anini arra isani barsiise kana qabdu injirtu.


Achi gaara irati AABBO Waaqi akuma isani isa agartani ibida keesaa isaniini dubbate.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan