Nehemia 8:9 - KITAABA WAAQA9 Biyyiti waan Seeri jed'u d'ageennaani laalefate boote. Duuba namicha gudda Nehemia jed'anifi, qaallicha Ezra jed'ani, ka waan Seera beekhufi, worri Lawi ka dubbi Seera Waaqa nama barsiisu waan biyyaani jed'ani, guyyaani kunini AABBO Waaqa keesani guyya qulqullo, tanaafi lalefattani imbohina. Faic an caibideil |