Nehemia 8:10 - KITAABA WAAQA10 Amma beena gala jila tolfad'a, daad'ifi sagale d'ad'a qabdu soorad'a, nama inqamnelee keenna. Guyyaani kunini Aabbo Waaqa keenna qulqullo, tanaafi ilaalefatina. Gammadi AABBO Waaqi isanii kennu isani jabeesa. Faic an caibideil |