Nehemia 7:5 - KITAABA WAAQA5 Waaqi herega kana garaa keesa na kaye, anini biyyaafi jaaroleefi worra gugurda wolti yaame, d'aloota worra gula maqa worraa t'aafe. Anini kitaaba keesa barbaade, maqa worra qara eegi boojiani gale, arge: Faic an caibideil |