Nehemia 7:3 - KITAABA WAAQA3 Anini waan worraani jed'e Balbala Yerusalemu tokole imbanina, haga aduuni gubba d'uftuti. Ammalle haga nami dira eegu ch'ufti achi jiru balbala naqatooni ch'ufa. Ammalle worra Yerusalemu keesaa nama fohad'a, nama ch'ufa huji inni hojatu iti qooda, d'aatu mana isaani taanaani, yokhaani fulla d'ibile taanaani. Faic an caibideil |