Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 6:13 - KITAABA WAAQA

13 Woni worri gumbo isa nyaachisefi, aka na sodaachisani, ch'ubbu keesa na buusani akanaani na ch'eersani gurra na balleesani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 6:13
24 Iomraidhean Croise  

Anini waan kana herege jennaani, aka Waaqi Shemayani indubbatini, ammo Tobiafi Sanbalatini isa gumbo nyaachisani akasi dubbisani arge.


Tatabe suni keesati akana t'aafani: Geshemuni waan nani jed'e, gochiti d'ibiini waan jettu, Nehemiafi gochiti Yahudi aka finna hayyu kana diddu mala d'aachu jirti, tanaafi worri tae naabo jaara. Ammalle waan jed'ani, Nehemiani hayyu ufi tolchu fed'e,


Gurri dansaani hori gudda ira jira, maqaani dansaani worqi yokhaani qarsile ira jira.


Nami jaala ufi sobu t'urura keesa ufi buusa.


Gurri dansaani waan horatani ch'ufa ira jira; guyyaani dua ka d'aloota ira jira.


Isani worri d'uga beekhu ka seera kiyyaa qalbi keesaa qabu, na ch'aqasa. Hojja nami arabse isani miid'e insodaatina,


AABBO Waaqi waan jed'u, Waaqi isani sodaachise lubbu isani naqu kunini kami kana, ka isani d'ara nati dubbatani na deetani? Waan anini guyya heddu afaani qabad'eefi na sodaachu diddani?


Ammo atini mart'ifad'i, kurfefad'i, beeni, waan anini, Jed'i siini jed'u ch'ufa worrati himi. Amma worra insodaatini, yokhaani anini gaafa atini worra woliini jirtu hagasi ira si sodaachisa.


Jennaani biyyiti waan jette, Koota, mala d'awanna aka Yeremia balleesinu! Nu qaalole nu barsiiftufi jaarole qaqaro mala nu d'ooftufi raagoota dubbi Waaqa nu faddu lafa teenna keesa haguma jirule ind'amnu. Koota, dubbi isaa dinne isa himanna.


Anini nama fulla ch'ufati, mudamsuuni ya lafa qabate! Koota jara gugurdati himna jed'e, Wolti hasaasu d'agaya. Jaalani tiyya ta nati aantuleeni ch'ufti, badii tiyya feete waan jettu, Hegeri isa somne, qamne, haalo iraa baafanna.


Ammo, namicha, atini worraafi dubbi worrale insodatini. Ato worri aka mogoreetifi qoraati si marse, qanjibu siti tahele, worraafi waan worri jed'ule ind'eetini. Worra mata jaba, ka na dide suni, insodatini.


Nama nafa ijeese ammo lubbu woma tolchu indandeenne insodaatiina; ammo nama nafafi lubbu ibida keesa buusu dandau sodaad'a.


Farisayooni yaate aka Yeso afaani fuutu wolmariatte.


Qaalole gugurdofi kori ch'ufti dubbi d'aratiini Yeso himatani, aka ijeesani;


Nama d'ara dubbatu barbaadani waan jed'aniini, namichi kunini dubbi hamtu Mana Waaqa qulqullo kanaafi waan Seera Musale dubbachu illakimne jed'a.


Anini waan amma tolchu kana dura deeme tolchu fed'a, aka ergattuuni d'ibiini taani qoomni argatte, Aka keesani hojanna jette ufi inodeesine.


Wonti akanatiifi Waaqi lubbu nu daafansiiftu nu inkennine, ammo lubbu jabeennaafi jaalalafi ufi qorqoracha nuu kenne.


Dubbi dansa ta nami dandae intufanne dubbad'u aka nyaapi kanke waan nuuni jed'u, d'abe ch'eeru.


Tanaafi nami aka waan dansa tolchuchuchu male ufi beekhu, ammo ka waan suni intolchine, ya daba tolche.


Ammo nama daafanafi kiyyibafi hamafi nama nama ijeesufi algalaafi ka murma baafatufi ka waan harkaani boch'ani guddisuufi ka nama sobu, fullaani worraa galaana ibidaati, ka duisa lameeso.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan