Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 4:5 - KITAABA WAAQA

5 Ch'ubbu worra inaraaraminifi, daba worrale ind'ossini, waan worri nu ka naabo jaaru arrabseefi.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 4:5
14 Iomraidhean Croise  

isaa ka dad'abe ufi jibbaate had'e balleesa. Akanaani inni bahe, worri isaa woliini jiruleeni ch'ufti biraa baqate. Anini hayyu ch'alla ijeesa,


Duuba akanaani nu naabo jaare, maro tokotu wod'akaani geenne, waan biyyiti garaa tokooni hojatteefi.


AABBO Waaqi ha ch'ubbu ababooti isaa tolchite qaabate, daba haad'a isaale araaramufi didu.


Ee Waaqa, maro jaalala tante ta ind'umanneetiifi naa nahi, naasu tante guddo sunini ch'ubbu tiyya naraa balleesi!


Ila tanteetiini ch'ubbu tiyya inilaalini hameenna kiyya ch'ufa naraa balleesi.


Akanaani nama ch'ufa qanch'arsani ch'eersani. Ammo Waaqa atini worraa inaraaramiini!


Ammo hataatu, Waaqi daba isanii araaramu anuma, anini fed'uma tiyyafi akasi tolche. Anini deebie daba keesani isaniti inheregu.


Anini ch'ubbu teesani yayu aka dumansa dabarse; nati deebia, nami isani baasu anuma.


Ammo ee AABBO Waaqa, atini mala worri nani ijeesu fed'e ch'ufa imbeeta. Ch'ubbu worraa inaraaraminiifi, daba worraale biraa indeeminifi. Worra dabsi, lafa buusi dallansu keesa balleesi.


Ch'ubbu worra inded'ini; akuma maro ch'ubbu tiyyaatiifi na gaargalchite kana worrale gaargalchi. Anini gaargale laafe onneeni na ch'ite waan tahu wollaale.


Iskandani, ka tumtu, waan hamtu na tolche; Aabbooni waan inni na tolche isa tolchiinna.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan