Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 4:4 - KITAABA WAAQA

4 Jennaani anini Waaqa kad'ad'e waan jed'e, Ee Waaqa, aka worri kunini nu goyeesu d'agayi! Goyeesa tana mata worrati deebisi worra boojii, lafa d'ibi geesi.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 4:4
7 Iomraidhean Croise  

Jennaani anini waan jed'eeni, wonti isani tolchitani sunini diqole dansaniti! Sila Waaqa sodaatani waan dansa tahu maltani. Yo akasi taatani nyaapi keenna, ka gosa d'ibi, waan nu goyeesuuni inqabu.


Ee Aabbo Waaqa gosa arabsite si miite, maro torba haalo baafad'i.


Inni nama nama tufatu tufate, ammo nama nama intufanne eebisa.


Ch'ubbu worra inded'ini; akuma maro ch'ubbu tiyyaatiifi na gaargalchite kana worrale gaargalchi. Anini gaargale laafe onneeni na ch'ite waan tahu wollaale.


Worri Israeli ya aka taka inargini AABBO Waaqa dallansiise; maro ch'ubbu sunitiifi duu malani. Waan worri isa ch'eerseefi, AABBO Waaqi worra gaargalcha.


Daudini waan nama isa bira ejaanjuni jed'e, Nama namicha Filisti kana ijeese ch'eera hama kana gosa Israeli dura baase maani kennanifi? Qarale namichi Filisti kunini ka qabanqaba inqabatini hojja tae askarti Waaqa jiru ch'ompifatu eenu ufi seha?


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan