Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 4:18 - KITAABA WAAQA

18 ammalle nami wo jaaruleeni ch'ufti goraade hid'aanati hid'ate. Namichi hojja lola magalata d'auleeni naa bira eja.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 4:18
6 Iomraidhean Croise  

Tanaafi anini goraadeefi woraanafi t'iya biyyaa kenne, worra worraani naabo duuba d'aabe, Fulla inhobaini ch'ufa duuba ejaanja, nama eega, jed'eeni.


worra naabo ijaaru bira ejaanjite garaa jabeesite. Nami waan manaani jaarani baatuleeni ch'ufti, harka tokooni wobaate, kaanini woraana baata;


Anini waan biyyaafi worra gugurdafi jaaroleeni jed'e, Hujiini tunini guddo, yayu woli nu hanqifte fulla fullati gargari nu baafte.


Nami suni yoyu nyaapa gad'ufu argu, iyye aka nyaapi d'ufu namati hima. Inni magalaata d'ae, aka nyaapi d'ufu nama ch'ufa beesisa.


Ato isani lafa teesani keesa jirtanu ka, nyaapi d'ufe isani had'e, nyaapa suni ufi iraa d'owu feetani, magalata kana d'aa iyya. Duuba anini, AABBO Waaqi keesani, isani qarqaare harka nyaapa keesani keesaa isani baasa.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan