Waan tateefu ka hayyuuni gaafatu ch'ufa, waan qaroomatiifi yokhaani ka hubachale taanaani, jari afrani kunini nama wo himufi falfaltu lafa inni mohatu keesa jirtu ch'ufa maro kud'ani ira wo beekha.
worri kunini nami tokoleeni ka iraa hafe lafa tana seenu injiru. Worri guddinna kiyya ka bibiliqufi akheekha waan mama ka anini lafa Misiritiifi lafa aloo keesati tolche ya arge. Ammo worri maro heddu na ilaalate na ch'aqasu dide.