Worri balbala qaalole, ka aka balbala Suni keesaa d'alate ufi beesisu dad'abe kana: Habaya, Hakosi, Barzilai. (Namichi toko ka d'aloota balbala qaalole, ta Barzilai jed'ani, dubra Barzilai, worra Gileadi, fuud'e, balbala sodda isaa himate.) Waan worri aka balbala qaalole keesaa d'alate, ufi beesisu dad'abeefi, qaalole tahu d'owani.