Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 2:8 - KITAABA WAAQA

8 Ammalle tatabe gara Asafu, namicha gudda badda hayyu eegule, naa kenni, aka inni mukha anini balbala mana jaba keesati Mana Waaqa eeganini mid'aasu naa kenne, ammalle mukha anini balbala Fullo naabo diraatifi mana keesati galanini jaarule. Waan Waaqi na woliini jirufi hayyichi waan anini fed'e ch'ufa naa kenne,

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 2:8
18 Iomraidhean Croise  

Namichi waan jed'eeni, Maqaani ke armaa achi Yakoboniti. Atini ya Waaqafi namaani wolmorkitani lachu dabsatte, tanaafi maqaani kanke Israeli taha.


Ammo Waaqi jaarole Yahudi suni qorqorate, worri kaani, ka woma worra intolchini kae biraa yae, tatabe gara hayyu Dario t'aafe, qonqo isaa eegate.


Guyya torba ch'ufa worri jila Qit'a bukho inqamne gammadani tolfate. Wonti worri gammadeefi, waan AABBO Waaqi hayyu Ashuru worraa naasise, innileeni ijaarsa Mana Waaqa Israeli keesa worra qarqaareefi.


Anini amma seera baasa, aka isani jaarole Yahudi tana ijaarsa Mana Waaqa qarqaartani gibira hayyuuni lafa Efrati suni argatule ha hurrisani baasani Mana sunini jaaraniti, aka hujini suni dura deemtu.


Ezrani guddo waan Seera AABBO Waaqa Israeli, ka inni Musaa kenne, soome barate. Maro inni eeba AABBO Waaqa isaa qabuufi, hayyichi waan inni kad'ate ch'ufa kenneefi. Ganna torbeeso ka Artashastani lafa mohate, Ezrani Babiloni kae, worra Israeli ka garitifi qaalole, worra Lawiti, Sirbitu, worra mana eegu, hojattu Mana Waaqa ta gari woliini Yerusalemu yaani.


anini jara kana lamaani fohad'e gudda dira Yerusalemu tolche — oboleesa kiyya Hananifi Hanania ka askarti mana jajaba keesa teetu iti mataa. Hananiani jara kaani ira nama d'uga, ka Waaqa sodaatu.


AABBO Waaqi akuma yaasuma galaana qajeelchu, herega hayyule qajeelcha.


Anini oobru oobrad'e, mukha mid'aani heddu keesati oobre;


qaba keesati qote, fulla bisaani keesaa iti yaanile mid'aase.


Hojja waan kana ka tahe gartani, gammaddani fayyaafi jabeenna argattani. Duuba aka anini, AABBO Waaqi, nama naa saalfatu qarqaare nyaapa kiyyati dallanu, beetani.


jennaani AABBO Waaqi Ashpenazi isaa naasise.


Qarqaarsa Waaqa argannaani anini arra nama diqaafi gudda duraleti d'ugeesu jira, waan raagafi Musani, Intaati jed'ani male, anini waan d'ibi ind'ugeesu:


gaargala isaa ch'ufa nagayaani keesaa baase. Yusufuni Farao hayyu Misiri dura d'umnaani, Waaqi adaba dansaafi qalbi kenneefi. Faraoni Yusufu lafa Misiritiifi worra isaaleti jaallaba tolche.


Nu guddo galata Waaqaa deebimna ka Tito aka nu isani qarqaarre isani qarqaarsiise!


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan