Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 13:8 - KITAABA WAAQA

8 Guddo dallane miha Tobia ch'ufa mana suni keesaa d'id'imati d'ae.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 13:8
7 Iomraidhean Croise  

Ato Ezrani mana Waaqa dura jilbifate bohe Waaqa kad'ate daba kana ch'fa himachu jiru, gumiini gosa Israeli ta muume inqamne d'iirafi nad'eenifi ijoolleeleni - aka hamtu boote fulla isaati wolti baate.


Duuba biyya yaame, Mana kana qulqulleesa, miha Mana Waaqatifi mid'aani Waaqaa baasanifi hit'aanale iti deebisa jed'eeni.


Anini gungumsu suni d'agaye jennaani guddo dallane,


Jaalalti anini Mana kanke jaalad'u aka ibida na keesa bobeeti. Arabi si arabsani ya nati deebie.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan