Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 13:3 - KITAABA WAAQA

3 Worri Israeli seera kana d'agaye jennaani nama gosa isaani intahini ch'ufa ufi keesaa baase.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 13:3
12 Iomraidhean Croise  

Amma tana daba keesani AABBO, Waaqa ababoota teesaniti himad'a, fed'i isaale tolcha.Nama gosa d'ibi, ka lafa teenna keesa tau, lagad'a nad'eeni gosa d'ibi ta qara fuutani ufi jalaa yaasa.


D'iirti Yahudi nad'eeni gosa d'ibi fuute, akanaani gumiini Waaqa qulqullooni gosa d'ibiini wolseente qulqullooma d'abde. Waan hamtu kana nami mataa iti tahe nama ch'ufa ira tolche, jaaroleefi worra gugurda.


Nu, worri Israeli, qaaloleefi worra Lawitifi worra Mana Waaqa eegufi sirbitufi, hojattu Mana Waaqatifi nami kaani d'ibiini ch'ufti, ka Seera Waaqa gula gosa d'ibi ta lafa teenna keesa teetu keesaa ufi baamne, nuufi nad'eeni teennafi ilmaani teenna gugurdoleni,


Anini dubbi tante qalbi tiyya keesa keeyad'a, aka si durati ch'ubbu intolchine.


Kaimi akami dandae qulqullumaani taa? Yo dubbi tante guute gula deeme ch'alla.


Nami gosa d'ibileeni, gumiini guddooni muumme inqamne, ta reefi loonile qabdu, worra woliini godaante.


Wonti worri si barsiisu aka ifsa sii ifsite, gorsi worraleeni adabaafi bulti dansa sii kenna.


Worra seseega yau, ka worra Israeli intahiniti ka, worra gula godaanu, jira. Duuba worri sunini guddo fooni jaalate sabdaeni, worri Israelileeni gungume waan jed'e, Ato sila fooni nyaannu qabaanne akami dansa!


Nami tokoleeni maro waan Seeri fed'u tolchuufi Waaqa ira d'uga inargatu: Seeri aka nami daba tolchu ch'alla nama agarsiisa.


Aadaani Aabbo Waaqi d'ugaafi qajeeltu jed'u tana: aka ijoolle abbaafi haad'a inqamneefi nad'eeni d'iirsi iraa due qorqoratani, ufile hameenna lafa iraa ufi d'owani.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan