Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Nehemia 10:38 - KITAABA WAAQA

38 Qaaloleeni d'aloota Haruni worra Lawi, hojja qooda mid'aani guurani woliini jiraachu malte. Ammalle worri Lawi qooda guuru suni kud'ani keesa qooda toko ha mana keesa fulla woi olkayaniti geesu, aka Mana Waaqatini hojattani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Nehemia 10:38
11 Iomraidhean Croise  

Nami afraani worra kanati mata gosa Lawi. Ammalle d'iibu Mana Waaqatifi waan keesati oli kayanile worrati harkaa qaba.


Anini, qoraani sorioni gubani guyya fed'ani ch'ufa kootani jed'e, ammalle, mid'aani qara bilchaatale biyyaani kootani jed'e. Ee Waaqa, waan anini tolche kana ch'ufa fa fa qabad'i, naa eebisi.


Waan lafti baaftu, mid'aani oobrutifi, ka mukhale taanaani, kud'ani keesa toko ka AABBO Waaqaati.


sagale lafa suni yaatani sagale suni haga toko AABBO Waaqaa baasu maltani.


Bara ch'ufa wonti isani AABBO Waaqa baaftani qit'a isani d'aabdani keesaa bahuu malte.


AABBO Waaqi waan jed'e, Anini qooda worri Israeli naa baasu ch'ufa yayu worra Lawiti kenne, waan worri Waaro Woyyuma keesa na hojatufi.


Wonti akanatiifi anini qooda worri Israeli na baasu yayu d'aala worraa tolche. Tanaafi anini, worri kunini Israeli keesa d'aala inqabu jed'e.


Ganna ch'ufa waan oobruuni teesani baaftu kud'ani keesa toko naa baasa.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan