Mudhii Yohaannisii 7:2 - KITAABA WAAQA2 Anini malaika d'ibi ta gara ilaboruti d'uftu, ta beesisa Waaqa jiru harkaa qabdu arge. Isiini qonqo guddooni malaika afraani ta Waaqi jabeenna lafafi galaana balleesitu kenneefi taani yaamte. Faic an caibideil |