1 Eegi waan kana Yesoni diraafi ollowaani ch'ufa keesa dedeeme Odu Dansa ta Finna Waaqa odeese. Jari kud'ani lamaani kaani isaani woliini yae,
Eegi Yesoni barsiisiti jara ufi kud'ani lamaani hobaase, inni achii kae dira lafa suni keesati nama barsiisafi dubbi odeesu d'aqe.
Yo nami dubbi Finna d'agaye inhubatiini, hamaani kaani d'ufe, waan garaa isaa keesati fach'aasani kaani keesaa fuud'a. Kunini mid'aani d'aatu kara jige.
Yesoni Galilaya ch'ufa keesa dedeeme Maneeni Waaqa iti kad'atani keesati nama barsiise, Odu Dansa ta Finna odeese, d'ukubafi miid'ama gosa ch'ufa nama fayyise.
Duuba Yesoni achi deeme diraafi ollowaanifi maneeni Waaqa iti kad'atani keesati Odu Dansa ta Finna odeese, d'ukubafi fayyad'aba ch'ufa fayyise.
Jennaani inni lafa Galilaya ch'ufa keesa dedeeme, maneeni Waaqa iti kad'atani keesati hasae, jinni nama keesaa yaase.
Gurbaani guddate nafafi lubbuuni jabaate: lafa alo keesa tae, haga guyyaani inni Israeliti ufi mullisu gahuti.
Gaafa toko, ato Yesoni nama barsiise Odu Dansa Mana Waaqa keesati odeesu, qaalole gugurdofi jari Seera beekhu jaarole woliini isati d'ufani
Lubbuuni Aabbo na gubba teeti. Inni ya na muude aka anini odu dansa hiyyeeyiti odeesu. Inni ya na erge aka worra hid'ani waan hiikhaansa himu, aka ballaleeni lafa argu, aka nama gaargalchani gaargala keesaa baasani,
Worri kae olla ch'ufa keesa yayae Odu Dansa odeese, fulla ch'ufati nama fayyise.
aka Waaqi Yeso Nazareti Lubbu Qulqullofi jabeennaani muude, isani imbeetani. Inni fulla ch'ufa dedeeme waan dansa tolche, nama Sheet'ani gaargalche ch'ufa fayyise, waan Waaqi isa woliini jiruufi.
Nu Odu Dansa isaniti odeesina, aka kakhu suni ta ababooti teennati kakhatani,
Dubbi akamiini odeesani yo nama odeesu inergiini? Akuma t'aafiini jettu, Miili worra odu dansa odeesu akami mid'aaga!