Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 7:23 - KITAABA WAAQA

23 Ayyaana nama na imormanne.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 7:23
11 Iomraidhean Croise  

Ayaana nama diqole na ind'arefanne.


Simeonini worra eebise waan haad'a isaa Mariamuni jed'e, Gurba kana ya fohatani aka nami hedduuni Israeli keesa jijige yokhaani kakau, ammalle aka akheekha waan nami hedduuni jibbu tahu,


Inni waan ergattu Yohanatiini jed'e, D'aqa, waan argitaniifi waan d'ageetani Yohanati hima: ballaani lafa arga; naafi kae deema, nami qomaat'a qabu inqulqullaa, ka gurri duude ind'agaya; nama due inkaasani, Odu Dansa hiyyeeyiti odeesani.


Ergattuuni Yohana yaannaani Yesoni waan Yohana gumiti dubbate waan jed'e, Isani lafa alo maal daawachu d'at'ani? Ilaadu bubbe chochositu mo maal barbaaddani?


Ammo nami Lubbu Waaqa inqamne dandae kenniti Lubbuuni Waaqa namaa kennitu inargatu. Inni dandae inhubatu, woma tokole iti imfakaatu; wonti akanatiifi nama Lubbu Waaqa qabu ch'allati dandae hubata.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan