11 Eegi suni Yesoni dira Naini jed'ani d'aqe; jara isaatiifi gumiini guddooni isa gula yaate.
Jari ergani kaani manati dachaanaani garbicha fayye arge.
Fullo dirati d'iaannaani, nama reefa baate yauni arge. Nami due suni ilma tokocha niiti d'iirsa inqamne, nama hedduti ka dira suni isi woliini jira.
aka Waaqi Yeso Nazareti Lubbu Qulqullofi jabeennaani muude, isani imbeetani. Inni fulla ch'ufa dedeeme waan dansa tolche, nama Sheet'ani gaargalche ch'ufa fayyise, waan Waaqi isa woliini jiruufi.