Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 6:5 - KITAABA WAAQA

5 Inni waan worraani jed'e, Ilmi Nama abba Sabatooti.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 6:5
6 Iomraidhean Croise  

Inni waan worraani jed'e, Sabato maro namatiifi mid'aasani male, nama maro Sabatotiifi inuumne.


Dumansi d'ufe, worrati gaadiseese, qonqooni dumansa suni keesaa baate waan jette, Kunini Ilma kiyya tokocha, isa ch'aqasa.


Inni Mana Waaqa oli seene, qit'a Waaqaa baasani fud'ate nyaate wahela ufiti qoode, ka sila qaalole male nami tokoleeni nyaachu himmalini.


Guyya Sabato d'ibi Yesoni mana Waaqa iti kad'atani keesa seene barsiise. Nama toko ka harki mirgichi rifateti achi jira.


Guyya Aabbo, Lubbuuni isaa na keesa seente, anini qonqo guddo, aka magalata ufi duubati d'agaye.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan