Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 5:3 - KITAABA WAAQA

3 Jennaani hobolo toko ta Simoni seene, Diqo lafa ira bisaani keesa hiisi jed'eeni. Inni hobolo keesa tae biyya barsiise.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 5:3
8 Iomraidhean Croise  

Ato Yesoni d'aatu galaana Galilaya deemu, oboleyaani lama, Simoni ka Petro jed'aniifi Andarea oboleesa isaa, ka t'urura qurt'umi galaana keesa darbani arge; worri guurtu qurt'umiiti.


Maro inni nama heddu fayyisefi nami d'ukuba qabu ch'ufti isa tuqu fed'e wold'id'ibe.


Inni jara isaatiini, Hobolo toko na kurfeesa jed'e, aka gumiini guddooni isa indadarbine.


Inni hobolo lama galaana birati arge; ammo guurtuuni qurt'umi yayu t'urura d'iqachu d'at'e.


Lafti bariinaani inni Mana Waaqati deebie. Nami ch'ufti gara isaa d'ufe, duuba inni tae worra barsiise.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan