Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 4:23 - KITAABA WAAQA

23 Inni waan worraani jed'e, Isani sila mammaasa kana naani jettani, Ch'ireesa, qara ufi fayyisi. Ammalle, waan atini dira Kapernaumuti tolchite ta nu d'ageenne, armaleti tolchi, lafa tante keesati.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 4:23
20 Iomraidhean Croise  

lafa ufi d'aqe, Mana Waaqa iti kad'atani keesati nama barsiise. Nami isa ch'aqase ch'ufti maadefate waan jed'e, Namichi kunini qalbi tanaafi humna waan mama kanaani tolchu eesaa argate?


Nazareti bahe d'aqe Kapernaumu tae, d'aatu galaana, lafa Zabulonifi Naftali keesa,


Yesoni Galilaya ch'ufa keesa dedeeme Maneeni Waaqa iti kad'atani keesati nama barsiise, Odu Dansa ta Finna odeese, d'ukubafi miid'ama gosa ch'ufa nama fayyise.


Yesoni achii kae, lafa ufiti gale; jari isaleeni isa gula yae.


Seera Aabbo gula aada ch'ufa guutannaani kaani Galilayati dachaani, haga dira worra ka Nazareti jed'ani.


Jennaani inni worra woliini deebie, Nazaretiti gale, worra saalfate. Haati isaa dubbi suni ch'ufa garaa keesa keyatte.


Jennaani inni Nazareti fulla inni iti guddate d'ufe, guyya Sabato Mana Waaqa iti kad'atani d'aqe akuma aada isaa, olejate dubbi Waaqaa soome.


Jennaani Yesoni dira Kapernaumuti gadi bue, diri suni lafa Galilaya ke jira; guyya Sabato, ato inni worra barsiisuu jiru,


Ammo Yesoni dubbachu isa d'owe waan jed'eeni, Ch'allisi, isa keesaa bahi. Jennaani jinniini jiddu biyyati namicha kaani lafaani d'oofte, laanatu, ka isa ind'ukubsiinu, isa keesaa baate.


Yokhaani akami dandeete oboleesa kanketiini, Aadda, eegi, huba ila tante keesaa fuud'a jetta, ka ufiiftu jirma ila tante keesa jiru inargine? D'articha, qara jirma ila tante keesaa fuud'i, yoosi aka dansa huba ila oboleesa kanketi keesa jiru argite keesaa fuuta.


Tanaafi niitiini taani bute ufi lakifte, dirati deebite waan biyyaani jette,


Nu armaa achi aada nama gula nama tokole inqorru. Yo duri aada nama gula Kristo qorrele, armaa achi intolchinu.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan