9 awaala biraa yae, waan kana ch'ufu jara kud'ani tokotiifi jara d'ibileti hime.
Isiini d'at'e jara duri isa woliini jiruti himte, ato worri iye bohu.
Nad'eeni ergattuti himte Mariamu Magdalenefi Yoanafi Mariamu haad'a Yakobotifi nad'eeni d'ibi ta worra woliini jirtu.
Worri dubbi isaa qaabate,