Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 19:3 - KITAABA WAAQA

3 Inni Yeso barbaade aka inni jiru argu fed'e; ammo maro inni nama gabaabatiifi, ammalle maro gumitiifi dad'abe.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 19:3
7 Iomraidhean Croise  

Nad'eeni garileeni waan kana fagoo ilaalte. Worra keesa, Mariamu Magdalenefi Mariamu haad'a Yakobo maand'ichafi Yose, ammalle Salometi jira.


Eentu isani keesa, ato haguma fed'u qulqulle, dandae lubbu ufi d'eeresa?


Nama tokoti jira ka Zakayo jed'ani; inni gudda worra damoosa guuruti, ammalle dureesa.


Inni aka Yesoni kara suni dabru d'ageennaani utaale dura dabre aka isa argu oda toko kore.


Herodeni Yeso arginaani guddo gammade, waan haguma duri inni odu isaa d'agaye isa argu fed'eefi; ammalle inni akheekha Yesoni tolchu argu fed'e.


Jari kunini gara Filipo d'ufe (inni nama Bethsaida ka Galilaya) isa kad'ate waan jed'eeni, Aabbo, sila Yeso argu feena.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan