Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 19:16 - KITAABA WAAQA

16 Namichi qara d'ufe waan jed'eeni, Aabbo, shilingiini tante la maro kud'ani d'alte.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 19:16
8 Iomraidhean Croise  

Inni hojattu ufi kud'ani yaame namu shilingi kunki toko iti keenne waan jed'eeni, Hori kanaani daldala, haga anini galuuti.


Inni hayyuma ufi fud'ate, gallaani hojattu taani ta hori iti kenne yaame, aka waan daldalaniini argatani ilaalu.


Inni waan jed'eeni, Aka dansa tolchite, atini garbicha dansa! Waan atini nama d'uga taate waan diqo guuteefi dira kud'ani mohad'u.


Ammo maro eeba Waaqaatiifi anini akuma jiru jira, eebiti inni naa kenne ufumaa imbanne. Ammo, anini ergattu ch'ufa ira jabaad'e hojad'e, ato waan anini ufiini tolche tahu d'ibaatele, ammo eeba Waaqaati na keesa tolche.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan