Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 18:6 - KITAABA WAAQA

6 Aabbooni waan jed'e, Waan namichi d'artichi dubbi qoru kunini jed'u d'agaya.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 18:6
4 Iomraidhean Croise  

aka isani ilmaani Abba keesani ka gubba jiru taatani. Inni adu nama hamamafi dadansale baase, bokayale nama d'ugatiifi nama d'arale rooba.


Aabbooni isi arginaani naheefi, Imbohiini jed'eeni.


Jennaani Yohanani jara isaa lama yaame Aabbooti erge waan jed'eeni, Atini ka ind'ufa jed'ani mo kad'ibi eenna?


ya nama herega hameennatiini gargari nama qoodu taatani.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan