Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 15:9 - KITAABA WAAQA

9 Yo argatte, jaalaanifi olla ufi wolti yaamte waan jettuuni, Na woliini gammada, waan anini qarsi tiyya ta badde argad'eefi.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 15:9
4 Iomraidhean Croise  

Ollafi fiit'ani aka Aabbooni isii nahe arginaani guddo isi woliini gammadani.


Waan anini isaniini jed'u, Akasuma malaikaani Waaqa gammaddi, hojja nami toko ka daba qabu daba suni iraa deebiu.


Yokhaani niiti tamiti ta qarsi kud'ani qabdu, hojja toko iraa bade ifsa bobeesite mana harte aka dansa imbarbaanne haga argattuuti?


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan