Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 14:4 - KITAABA WAAQA

4 Ammo worri inch'allise. Yesoni namicha qabate fayyise ufira galche.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 14:4
4 Iomraidhean Croise  

Nami tokoleeni deebisu dad'abe, haga guyya suniti asi, nami tokoleeni woma isa gaafachu sodaate.


Yesoni jara Seera beekhufi Farisayooni waan jed'e, Guyya Sabato nama fayyisitiini fullaa mo fullaaniti?


Jennaani inni waan worraani jed'e, Eentu isani keesa, yo harre yokhaani looni isaa eela keesa buani hojuma suni yo guyya Sabato taatele keesaa imbaamne?


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan