Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 12:6 - KITAABA WAAQA

6 Simpirreeni shani beese lamati gurguraniyu? Ammo tokole Waaqa durati inded'ani.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 12:6
8 Iomraidhean Croise  

Inni sagale horii kenne, ilmaani haranqeesale, hojja isiini isaa kad'atu, nyaachisa.


Ch'uquliisa lama beese tokoti gurguraniyu? Ammo yo Abbaani keesani fed'e male, tokoleeni lafa ind'au.


Jennaani niitiini hiyyeetiini toko, ta d'iirsa inqamne, dururu lama, ta beese toko taatu, keesa buufte.


Me haranqeesa ilaala; mid'aani oobre imuru, khod'o inqabu ta mid'aani iti guuratu; ammo Waaqi isa nyaachisa. Isani simpirre guddo ira jirtaniniti?


Aka daraaraani bahu ilaala; inni inhojatu yokhaani woya inhod'atu; ammo waan anini isaniini jed'u, Solomonileeni guddinna ufi ch'ufa keesati aka daraara kana taka woya inuyifanne.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan