Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 11:16 - KITAABA WAAQA

16 Ammalle nami gari, aka isa ilaalatu akheekha gubba isa ira barbaade.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 11:16
7 Iomraidhean Croise  

Gumiini iti daramnaani, inni waan jed'e, D'alooti kuni d'aloota hama! Akheekha barbaada, ammo akheekha iti inkennani, ka Yona male.


Worri duuba waan jed'eeni, Atini akheekha kami tolchita, aka nu agarre si d'ugefannu? Atini maani tolchita?


Wonti dubbi suni jed'aniifi aka afaani fuud'ani waan himataniini isa iraa argatani, ammo Yesoni gajed'e, qubaani lafa tataraare.


Yahudiini beesisa waan mama feeti, Grikiini qarooma feeti.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan