Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 10:10 - KITAABA WAAQA

10 Ammo dira keessumooma ira inargatiini ch'ufa, kara isa gula yaa, waan jettani,

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 10:10
7 Iomraidhean Croise  

Worri na dide sunini yo si ch'aqaseefi yo si ch'aqasule baate, aka raagi worrati d'ufe imbeekha.


Yo nami isani imfud'anne, yokhaani dubbi teesani inch'aqamne, hojja mana suni yokhaani dira suni keesaa yaatani, awaara miila keesani ira d'ad'aad'a.


Awaara dira keesani ta faana teennati qabatte nu isaniti hat'aanna; ammo waan kana beekha, Finni Waaqa ya d'iaate.


nama fayya intahiini fayyisa, Finni Waaqa la isaniti d'iaate jed'aani.


Nama isani inulfeesiini, yo dira suni keesaa kaatani, awaara miila iraa d'ad'aad'a, aka akheekha worraa taatu.


Ammo worri aka awaarti faana worraa d'uga worraa taatu faana d'ad'ate Ikonio d'aqe.


Yahudiini isa didde arabsinaani, inni woya hargufate waan jed'e, D'iigi keesani mata keesani gubba ha jiraatu, anini qulqullo, arraa achi anini gara gosa d'ibi deema.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan