Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 1:44 - KITAABA WAAQA

44 Akuma nagaya kanke d'agayeeni, daimi garaa kiyya keesati gammade tabate.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 1:44
4 Iomraidhean Croise  

Elisabetiini nagaya Mariamu d'ageennaani, daimi garaa isii keesati gammadaani tabate. Elisabetiini Lubbu Qulqullooni guutamnaani


Dubbini tuni maafi naa taate, ta haati Aabbo kiyya nati d'uftu?


La si eebisani, waan atini aka dubbini Aabbooni siti hime guutamtu d'ugefatteefi.


Guyya suni gammada, qilit'ama olch'ech'ea; wonti akanatiifi waan guddo gubbaa argattani. Ababooti worraleeni akasuma duri raagoota tolchite.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan