Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Luqaas 1:42 - KITAABA WAAQA

42 qonqo olfud'atte guddo lalabde waan jette, Nad'eeni ch'ufa keesa ya si eebisani, ammalle daimi garaa kanke keesaa bahuleeni ya eebifame.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Luqaas 1:42
13 Iomraidhean Croise  

gochiti lafa tana ch'ufti maro ilmaani tetitiifi eeba argatti, waan atini dubbi tiyya d'ageeteefi.


Eebiti tante ta haga jiru jireenna isa woliini jirti, waan atini isa woliini jirtuufi inni ingammada.


Atini nama ch'ufa ira mid'aada; dubbini teetileeni qajeeltu. Haguma duriti Waaqi ya si eebise.


Malaikaani isiti d'ufte nagaya fuute waan jetteeni, Aabbooni si woliini jira, ya guddo si eebise.


Elisabetiini nagaya Mariamu d'ageennaani, daimi garaa isii keesati gammadaani tabate. Elisabetiini Lubbu Qulqullooni guutamnaani


Dubbini tuni maafi naa taate, ta haati Aabbo kiyya nati d'uftu?


Wonti akanatiifi inni ya garbiti ufi diqo qaabate. Ammalle eegi arraa achi d'alooti ch'ufti ta eebifamte naani jed'a,


Waan jed'ani, Ee Waaqa hayyu maqa Waaqatiini d'ufu eebisi! Nagayafi guddinni Waaqa gubbaa ha tahu!


worri d'aloota jaarole duriiti, Kristoleeni d'aloota gula gosa worraati. Waaqa ka waan ch'ufa fidu haga jiru ha guddisani! Amini.


Yeso ufi durati laalla, waan d'ugefachaani teenna haga qaratiifi haga muummele isa keesa jirtuufi. Inni duisa maskali obse, maro gammada isa eegatuufi maskali gubbati duu inch'eerfanne, amma barch'uma Waaqa mirgaani taa.


Niitiini nad'eeni ch'ufa ira eeba qabdu Yaeli, niiti Heberi ka gosa Keni, nad'eeni waaroti galtu ch'ufa ira eeba qabdi.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan