Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Huji Ergattu 9:12 - KITAABA WAAQA

12 Ammalle daayya keesa inni la nama Anania jed'ani toko arge, ka harka isa ira kayu, aka inni lafa argu.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Huji Ergattu 9:12
4 Iomraidhean Croise  

guddo kad'ate waan jed'eeni, Intalti tiyya diquma induiini, kooti, harka kanke isi ira kayi, aka isiini fayyitu.


Jara kana ergattu duraani d'ufani, ergattuuni Waaqa kad'atte harka ira keete.


Nama Yeso tokoti dira Damaski keesa jira, ka Anania jed'ani. Daayya keesa Aabbooni isaani dubbate, Anania jed'e yaame. Inni waan jed'eeni, Anini kuno, Aabbo.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan